Wayyaaneen tarkaanfii komand postiin Oromiyaa bulchuuf kan murteessite odoo tartiiba seeraa hineegatiin paarlaamaa fi manni maree ministrootaatiin odoo hinmurtaa’iin ta’uun hubatameera.
Ajajoonni Miseensoota KOMAAND Postii kanaas
1 Isayyaas W/Giyorgis ,Waajira Tikaa
2. Asefaa Abiyyi ,komishinara
3. Rattaa Tasfaayee,Ma’ikalaawii
4. General Gebree Diillaa (Makkalakayaa)
5. General Abrehaa Kaasaa (Makalakayaa)
Yemmuu ta’an Komoshinarri Polisii Oromiyaa Obbo Ittafaa Tolaa fi Dammallash Gabremika’eel (Tika) irraa akka miseensa ta’an ajaji itti kennameera.Haata’uutii jarri lamaanuu ajaja kana fudhachuu fi dhiisuu isaanii hanga ammaatti deebii kennan hinjiru.
Qabsoon itti fufa,gabroonfataan ni kufa!!!
No comments:
Post a Comment