Abbaan #Page #OPDO_Officiol #Qawwee Dullacha Ona keessatti wolti qabame Maxxansuun ummata jeequmsa jidduu kana #Lixa_Shawaakeessatti Qabeenyaan Barbadeessan irraa guurame jechuun Maxxansee ture
Haa ta'uu kijibni bakka qabu,
akkuma Barreeffamni armaan gadii jedhu kun irratti Barreeffamuu fi Barreeffama kana woliin #Share bakka adda addaa irratti maxxanfamuun jalqabeen Haqamee jira.
!!!!!!!
Barreeffamnis Barruu isaa Saaxiles isa kana.
#OPDOn #Halkaniin_Guyya jetti.
kunis Ajaa'ibuma keessan #OPDO
Bara Tokko nin yaadadha bakkan ani jiruu fi naanoo ani jiraadhu keessatti Woyyaaneen Namoota Leenjisuudhaan OLF fakkaachuun Afaan Oromoo Dubbachuun Oromoota fi Amaara ykn Saba biroo ajjeesuun nuti OLF jedhaa#Video woraabaa yeroo Qotee bulaa fi barataan Dammaqii siyaasaa hin qabne san.
sana boodee Ummata naanoo hunda irraa Dirqisiisuun wolitti qabuudhaan OLF akkanatti nama fixa jechuudhaan ummataaf argisiisaa turani.
mee yooroo san #Video san OPDOn ykn TPLFn akkamitti woraabuu dandeesse.
woroon yeroo sanii ammas Qawwee kana isuma Ona keessa ture Alati Baasuun Suuraa kaasanii namaan Sobuu yaaluun waan hin fakkaanee Oromoon Tokkoo fi Lama sobamee jira amma Boodee garuu Daa'ima ganna Lamaa sobuun hin dandahamu san hubadhaa.
kun nama Sobuu yaaluu osoo hin taane Deddeebi'anii uf sobuu fakkaati.
kun nama Sobuu yaaluu osoo hin taane Deddeebi'anii uf sobuu fakkaati.
tarii Milshoota Tibbana kana irraa hiikame faallessuun Hawaasa irraa hiikne kan jedhamu ta'a.
a was widely reported on social media.
Kittillayyoonni Wayyaanee suuraa meeshaalee waraanaa kana bakka heddutti marsaa jiran. Akeekni isaanii hoggantoonni mormitoota fincila hidhannoti geggeessan jedhanii yakkuufi. Dhugaan jiru garuu meeshaan kun akkuma mormiin eegalameen poolisoota Oromiyaafi milishoota gandaatirraa, ummatatti makamanii nutti garagalan jedhamii waan sidaataniif hiikkame. Tarkaanfiin poolisootaafi milishoota Oromiyaa hiikkachiisuu kun yeroo sanitti bal'inaan gabaafamuun ni yaadatama

No comments:
Post a Comment