Wednesday, February 11, 2015

WOYYAANEE BARANA MAALTU MUDDE ONLF WOLIIN MARII KEENYAA KEESSATTI GOOTI ?


Woyyaaneen Baroottan hedduu Darbaniif ummata Oromoo Kijibaafi Miidhaa karaa adda adda tiin irratti Geggeessaa turuun Umrii dheereffatee turte .

Amma Garuu Kijibaafii Miidhaan isiin Ummata Oromootiif Sabaa fi Sablamii Biyyatii keessa jiraatu Miidhaa turte sun itti Beekamee jennaan Haafoytee waan Qabatu waan Dhabdeef Biyya Keessaa fi Biyyoottan Alaa keessatti Mormiin Cimaan waan itti jiruuf Ogaden National Liberation Front (ONLF ) isa jedhu kan Baroottan Dheeraaf ija All-Shabaab ykn Ashabaarii

jetee Ummata OGAADEN ittiin Miidhaa turte Baruma kana keessa 2015 Video fi Barruu Suukanneessaa Mootummaan Woyyaanee ilmaan Somaalee irratti Dabarse yoo Daawwatan Woyyaanee woliin Haasayuu mitii Silaa akka ONLF ti Ollaa woyyaanee hin Bulani ture .

 

Barruu fi Video san wori Mirga ilmaan namaa Xiinxxalu Tokko U.S.A irraa Marsaa website adda addaa irratti facaasuun isaani ni yaadatama .

ONLF Wolii galtee yookaan Mariin Biyya keenyaa 

keessatti Woyyaanee Woliin godhaa jiru kun Maaf 

Barbaachise yeroo Filanoon Ethiopia dhihaate kanatti .




Wonti nama ajaa’ibu Tokko Baroottan as dhiyoo kana 
woyyaaneen woraana >Liyu Police<Ogaadeen 

keessatti Huyna Guddaa ta’e Leenjisuun maaf 

Barbaachise wol dhabiin Lafaa ummata Oromoo 

Godina Baalee, Harargee fi Booranaa irratti woraana 

kana ummata Oromoo irratti Babbaasaa akka ture 

yeroo hunda ummata Oromoo Godinoota kaniin 

keessa jiraatan irraa ni dhagahama.



Amma amoo Muddamsuu maaltu itti jira ONLF 

duraan 

Balaaleffataa ture woliin Biyya Keenyaa keessatti 

Marii maaltu fide ?

No comments:

Post a Comment