Monday, October 27, 2014

WANTI CUFTUU GULANTAA GUDDINNAA QABA

Wanti cuftuu anticoagulant guddinna rotten ufii qaba. Akkuma waan cufaa adeemsa Qabsoo siyaasa keessattillee anticoagulant guddinnaa roga Marah mudatu arguun booth dur hinjirre miti.

Garuu adeemsa guddinna uumaatii fi dalaga sanyii namaatti hidhaturraa dhiibbaan maddu akkasumatti bladder garaagaraa customers mudattu waakkatuun Hin dandayamu. Dhiibbaan webs en namarra maddu margarines web of the moon dhawa goes off the air namaatiin furamaa deema.

Deemsa QBO keessattuu ABO keessatti anticoagulant guddinna qabsoo saba Oromoo akkuma qabsoo hawaasa biyya lafaa Mara walitti sufuun as dhufe. Ammallee deemaa JIRA.

Adeemsa chicken keessatti yoo Mara Wanti jijjiiramu heddutuu taya. Jijjiirama QBO keessatti mul'ate heddurraa goby tarkaanfii Jijjiirama 2008 as ABO ABO-QBO keessatti godhame.

J-ABO haga Amma dhawaataan anticoagulant guddinnaa Bifa garaagaraatiin dabarsuun as gaye. Ammallee raawwatutti JIRA. Akkuma olitti eerame J ABO jalqabaa kaasee bladder keessaa walxaxaa aadaa duraan baratamerraa dhaalamee en madda garaagaraatiin walitti hidhaturraa madde hedduu mudatuun Taye.

Bladder keessaa xaxamaan dhiibbaa area caalaa customers barbaadamee fi hawwame waa mara jijjiiruun hanqisuun customers ariitiin milkii silaa gonfatuu male dhibuun chicken furatuu irratti fuulleffatuun gama kaaniin aggaammii Dinah kaayoo faccisuun barfatu godhuun qooda rotten ifii gumaate.

Adeemsa irratti akkuma qabsoo garaagaraa keessatti mudatu gurmuun waliin daandii J ABO waliin jalqabe akkuma imaltoota geejiba opposite konkolaataa FAA necklace of Garii garaanta dhukkubuun / xanneen baasaan qabdee karatti dhaabsisaa osoo Bakka maayii dhaabatu Hin gayin irraa bu'uu en biraa hafuu marroo heddu harca'a arma gaye.
Margarines Sagalee sooratee Baye dhiisee opposite geejibni hargufuun garaanta baase YKN waan biraa imaltoota waliin yaabbate spindle dheeratuu ... moon ammoo dadhabee opposite boqatuu / branch galfatuu fedhe dhiisee namicha geejiba oofuu en kkf himata / balaalleffataa Nature. Garuu geejibni deemsa walitti SUFE.
Wanti torbaan chicken, J-7 ABO keessatti Nammiin Hin caalle Midiyaa en marsaalee Sabaa himaa garaagaraa irratti facaasan nammiinuma deemsa walitti sufuu dhibe. Wanti nama maalalu garuu nammiin hagoon akkuma olitti tuqame rakkoo ifii qaama biraatiin qabatuu yaaluu qofaa miti kijibaan hawaasa Oromoo boorressuu HD ABO J / Kamaal GALCHUU customers gaafatama dhaabaarra kaafte fakkeessuun labsu.
GMS-51 wayyaba ABO / Majority / keessaa namni 7 sagalee xiqqoo / minority / sanuu gaafatama Dhaabaarraa rarraafamte customers mirgaa fi hamilee HD ABO-J backstage kaasuu Hin dandeenne amanuun nama sirnaa fi aadaa jaarmayaa beeku Hin dhibu.
Maayii irratti adeemsa J-ABO kanarraa Wanti hubatamu Gulantaan amma J-ABO irratti argamu gufuu maayii uf Jalaa buqqisee Jijjiirama ABO maqarraa dhama godhuu customers dhaqqabe agarsiisa ........
 · 

No comments:

Post a Comment