hangaan hubadheen isin biraan gahuu barbaada mee gurraaf agarttu keessaanin keessaa seenaa hubadhaa
[kan harkatti qabadhe dhufeen garaatti deeffadhe
kanaa achii waan feetan fiduu dandeessuu jedhe xalayaa iciti ilmaan oromoo dinni qabuuf jennaan liqimsee]
goota oromoon qabdu keessa tokko haaj aadam saaddoo ture
kan diina hanga funyaani dura dhaabbachuun gootumma isa itti mullisaa ture
Haaj Adam Saaddoo/daararaa Abbaa isaani Adam saaddoo
haadha isaa aay-halkee/haliimaa waaqoo irraa 1877 dhalatan
oromon dur waa sadi ilmaaf hawwaa innis bultii:)qabeenya:)ilmaaf ilmii/beekumsa
abbaan saaddoo hawwin isaani kanaan ala tau baatus bultinis ni dhuma lubbuun yoo jiraatan ilminis ni dhaqabama
beekumsi haaran ~ganamaa" yaada jedhu qabachuun akkuma ilmi isaani haaj adam barnootaaf gaheen gara sheekota naannooti ergamani akka barnoota islamummaa fudhatan godhaman
barnoota fudhachun maati isaani gargaaru bira darbani ummata oromoo gargaaruutti seenan!
Haaj adam~Aaqila/qaroofi alima
beekaa/hayyuu waan dubbatan beekan
dhaabni isaani dheeraa
riifeensaa luuccaa bifaan diimaa cinaan magaala marata jaallatan
dhadhaa aannanin damman guddatan farda coolle yaabachun gulufsiisuu kan jaallatan haaj adam qandhafaa xuriin irraa hin bunee qixila bareeda faaya namaa turan qooritti malee mooqa spoon male marqaa kan hin nyaanne sabareen malee aannan quluun/buqqeen buna kan hin dhugne haaj Adam saaddoo meeshale aadaa keessaatti dhalatan guddatan nama waan ofitin boonuu turan jedhama:)
Haaj Adam ummata baale bira taranii ummata oromo guutuu biratti beekaman wal qixxumma amantii falmuu cunqursa bara ummata oromoo irra gahaa ture dammaqani dura dhaabbachuudha
kanuma irran kan kae ummanni baale osoo amantiin wal hin qoodin tokkumman yoona gahee jira
Gaaf tokkoo wal gahii abbaan angoof ummatni namootni manguddoon irraatti hirmaate keessaatti namichi gantuun tokko akkas jedhee aarsuuf yaale Haaj Adam Ummanni keessaan qaroo daheessafi beeka akka keessan utuu qabu nama barate hin qabu jedhe akkanatti maaltu dubatti isin hambisee jedhe of tuule
deebiin gooticha oromoos akkana jedhe
warri baranne jedhe mirga nutti argatee nu bitaa jiruu waan nurra hin jirref /nu hin genyeef jechuun namicha lafa ilaalchise!
Bilisummaan bilisummadha
cabduun cittuun ballaan hin jirtu yaada jedhuun yeroo haayilasilaasen engiliziti bade xaaliyaanin biyya qabattullee xaaliyaanif gad hin jennee haaj adam saadoo!
*sunsumni jijjiramulle ibiddii ummata gubaa ture sanuma" jechudhaan namoota akka isaani hidhachisani sochitti ka,an gocha kana irra osoo jiranuu xaaliyaanin qabamani hidhamanus xaaliyaani haaj adam daheessa maleessaa beekaa tau isaa barte gad dhifte
haaj Adam Saaddoo yeroo waldaan wal gargaarsaa maccaaf tuulama illee ni jiruu
waaldaa wal gargaarsa maccaaf tuulama jarreen kanaan hundeefama keessaattis naannoo baaleetti gahee qabu
~kolonel Alamu Qixxeessaa
~obboo hayilemaryam gammada
~jeneraal taddasaa birruu
~maammoo mazamiir
hundeefame keessaatti naannoo baaletti haaj Adam bu,uureessaafi bakka bu,a turan
gorsa bareedaa ummata oromoof gahuun bara 1983 addunyaa kana irraa boqatani jiruu
kan jennataa rabbiin haa godhu seenaa waan dubbifnee waliif dabarsuun dirqama lamummaa haa bahannuu yaa lammiwwaan koo.
isiniis pagii kene share LIKE goochun nuu gergaara

No comments:
Post a Comment