Maddi Oduu kana VOA Sagantaa Afaan Oromoofi Afaan Amaaraati. Haaluma walfakkaatun baatii afur fuuldura Awuroppaa biyya Fiilaanditti hayyuun Oromoo walaloofi walaleessaan kan beekamu Dr. Zelaalem Abarraa Qabsoofi yaalii biiroo barnootaa,aadaafi afaanota biyya fiilaand akkasumas biiroo aadaafi afaanota Eeshiyaafi Afrikaa waliin godheen milkaaye Afaan Oromoo biyya Fiilaandiitti Yuniversitii biyyatti keessatti simisteera 2ffaa irraa kaasee akka afaan barnootaa tokkotti akka baratamu kan murtaaye gabaafamuun niyaadatama. Akka barataniif fedhiin barattootni biyyatti gaafataman illee afaan Oromoo afaan guddicha Afirikaa ta’uu erga hubatanii barachuuf fedhiifi jaalala isaan afaan kanaaf qaban guddaa ta’uun isaa hubatameera. Diinootni Oromoo warri Afaan Oromoo raadiyoo cabsa, afaan simbiraati,afaan dhala namaa miti jechaa turan amma egaa eessa abbaa isaani lixu???. Injifannoon Uummata Oromoof haata’u!!!.
Sunday, June 29, 2014
Oduu Gammachiisaa

Subscribe to:
Post Comments (Atom)
No comments:
Post a Comment